Daaniʼel 3:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Abboommiin mootichaa jabaa waan tureef, ibiddichis gar-malee waan gubeef, arrabni ibiddichaa warra Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo geessanii itti darbatan gubee in ajjeese. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Ajajni mootichaa akka malee ariifachiisaa ture; sababii ibiddi boollaa sun akka malee bobaʼaa tureef arrabni ibidda sanaa loltoota Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo geessan sana fixe; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አጀጅን ሞትቻ አከ መሌ አሪፈቺሳ ቱሬ፤ ሰበቢ እብድ ቦላ ሱን አከ መሌ ቦበኣ ቱሬፍ አረብን እብደ ሰና ሎልቶተ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ጌሰን ሰነ ፍጤ፤ See the chapter |