Daaniʼel 3:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Achumaanis namoonni sadan akkuma uffatanii jiranitti wayyaa isaanii, fiddoo isaanii, marata isaanii wajjin hidhamanii iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbataman. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Kanaafuu namoonni kunneen akkuma wandaboo isaanii, fiddoo isaanii, marata isaanii kan mataatii fi uffata biraas uffatanitti hidhamanii boolla ibiddi keessaa balaliʼu sanatti darbataman. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ከናፉ ነሞትን ኩኔን አኩመ ወንደቦሳኒ፣ ፍዶሳኒ፣ መረተሳኒ ከን መታቲፊ ኡፈተ ብራስ ኡፈተንት ህዸመኒ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡ ሰነት ደርበተመን። See the chapter |