Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Nebukadnezaar mootichi nama ergee warra kutaa biyyaa bulchan, warra mataa kutaa hojii irra jiran, abboota biyyaa, warra gorsituu, warra horii baatan, abboota firdii, warra seera eegsisan, warra kutaa biyyaa keessatti aboo qaban hundumaa walitti waamsise; waamamuun isaaniis eebba bifa fakkeenya Nebukadnezaar mootichi dhaabe irratti akka argamaniif ture.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Ergasii mootichi akka isaan eebba fakkii inni dhaabe sanaa irratti argamaniif ilmaan mootota, muudamoota, bulchitoota gorsitoota, itti gaafatamtoota mankuusa qabeenyaa, abbootii murtii, hayyoota seeraatii fi qondaaltota biyya hundaa waame.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ኤርገሲ ሞትች አከ እሳን ኤበ ፈኪ እን ዻቤ ሰናረት አርገመኒፍ እልማን ሞቶተ፣ ሙደሞተ፣ ቡልችቶተ ጎርስቶተ፣ እት ጋፈተምቶተ መንኩሰ ቀቤኛ፣ አቦቲ ሙርቲ፣ ሀዮተ ሴራቲፊ ቆንዳልቶተ ብየ ሁንዳ ዋሜ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements