Daaniʼel 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yommus Nebukadnezaar gar-malee dheekkamee, fuulli isaas Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegootti in geddarame; humna ibiddichaa isa dur gubu caalaa dachaa torba akka gubsiisan in abboome; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kana irratti Nebukadnezar akka malee aaree fuulli isaa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagootti geeddarame. Akka ibiddi boollaa sunis hamma durii caalaa harka torba hoʼee finiinu ajaje; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከነረት ኔቡከድኔዘር አከ መሌ ኣሬ ፉልሳ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎት ጌደረሜ። አከ እብድ ቦላ ሱንስ ሀመ ዱሪ ጫላ ሀርከ ቶርበ ሆኤ ፍኒኑ አጀጄ፤ See the chapter |