Daaniʼel 3:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yoo kana fedhuu dhabaatte iyyuu, nuyi waaqayyolii kee akka hin waaqessine, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabdeefis akka hin saganne beeki, yaa mootii!>> jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yaa Mootii, yoo inni nu baasuu baate iyyuu nu waaqota kee akka hin tajaajille yookaan fakkii warqee ati dhaabde sanaaf akka hin sagadne akka beektu barbaanna.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ያ ሞቲ፣ ዮ እን ኑ ባሱ ባቴዩ ኑ ዋቆተኬ አከ ህንተጃጅሌ ዮካን ፈኪ ወርቄ አት ዻብዴ ሰናፍ አከ ህንሰገድኔ አከ ቤክቱ በርባድነ።” See the chapter |