Daaniʼel 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Oolchuu yoo ta'e immoo, Waaqayyo keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yaa Mootii, nu yoo boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamne, Waaqni nu isa tajaajillu sun nu oolchuu dandaʼa; harka keetii illee nu baasuu dandaʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ያ ሞቲ፣ ኑ ዮ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተምኔ፣ ዋቅን ኑ እሰ ተጃጅሉ ሱን ኑ ኦልቹ ደንደአ፤ ሀርከኬቲሌ ኑ ባሱ ደንደአ። See the chapter |