Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Kana irratti Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon mootichaaf deebisanii,<<Yaa Nebukadnezaar, waa'ee kanaaf nuyi deebii siif kennuu iyyuu nu hin barbaachisu.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoon deebisanii mootichaan akkana jedhan; “Yaa Nebukadnezar, nu fuula kee duratti waan kana falmachuu hin barbaannu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎን ዴብሰኒ ሞትቻን አከነ ጄዸን፤ “ያ ኔቡከድኔዘር፣ ኑ ፉለኬ ዱረት ዋን ከነ ፈልመቹ ህንበርባድኑ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements