Daaniʼel 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Nebukadnezaaris,<<Yaa Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo! Isin dhuguma waaqayyolii koo hin waaqessitanii>> Bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ani dhaabeefis hin sagaddanii>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Nebukadnezaris akkana isaaniin jedhe; “Yaa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo, isin dhugumaan waaqota koo hin tajaajiltanii? Yookaan fakkii warqee ani dhaabeef hin sagaddanii? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኔቡከድኔዘርስ አከነ እሳኒን ጄዼ፤ “ያ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ፣ እስን ዹጉማን ዋቆተኮ ህንተጃጅልተኒ? ዮካን ፈኪ ወርቄ አን ዻቤፍ ህንሰገደኒ? See the chapter |