Daaniʼel 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Yihudoonni warri ati hojii kutaa biyya Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabde tokko jiru; maqaan isaaniis Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoo dha; namoonni kun abboommii kee hin ulfeessan, yaa mootii! Isaan waaqayyolii kee hin waaqessan, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabde sanaafis hin sagadan>> jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Garuu yaa Mooticha, Yihuudoonni ati dhimma biyya Baabilon irratti muudde tokko tokko ajaja kee didaniiru; isaanis Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo dha. Isaan waaqota kee hin tajaajilan yookaan fakkii warqee ati dhaabdeef hin sagadan.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ገሩ ያ ሞትቸ፣ ይሁዶትን አት ዽመ ብየ ባብሎንረት ሙዴ ቶኮ ቶኮ አጀጀኬ ድደኒሩ፤ እሳንስ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎዸ። እሳን ዋቆተኬ ህንተጃጅለን ዮካን ፈኪ ወርቄ አት ዻብዴፍ ህንሰገደን።” See the chapter |