Daaniʼel 3:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Namni gombifamee hin saganne immoo iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbatama>> jettee abboommii baafteetta. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 akka namni lafatti gombifamee sagaduu didu kam iyyuus boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamu seera baafteerta. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ ነምን ለፈት ጎምብፈሜ ሰገዱ ድዱ ከምዩስ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተሙ ሴረ ባፍቴርተ። See the chapter |