Daaniʼel 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Nebukadnezaar mootichi bifa fakkeenyaa hojjaa isaa dhundhuma jaatamaan, bal'ina isaa immoo dhundhuma ja'aan warqee irraa hojjechiisee, Baabilon kutaa biyyaa keessaa bakkee isa afaan isaaniitti<<Duraa>> jedhamu keessa dhaabe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Nebukadnezar Mootichi fakkii warqee kan dheerinni isaa dhundhuma jaatamaa fi balʼinni isaa dhundhuma jaʼaa hojjetee kutaa biyyaa Baabilon keessa dirree Duuraa jedhamu irra dhaabe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኔቡከድኔዘር ሞትች ፈኪ ወርቄ ከን ዼርንሳ ዹንዹመ ጃተማፊ በልእንሳ ዹንዹመ ጀኣ ሆጄቴ ኩታ ብያ ባብሎን ኬሰ ድሬ ዱራ ጄዸሙረ ዻቤ። See the chapter |