Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Isin abjicha yoo anatti beeksisuu dhabaattan, firdii tokkicha duwwaatu isin eeggata; isin hamma yeroon geddaramutti dubbii sobaa fi manca'aa anatti dubbachuudhaaf walii galtaniittu; kanaaf hiikaa isaa anatti beeksisuu danda'uu keessan akkan barutti, amma abjicha anatti himaa!>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Yoo isin abjuu sana natti himuu baattan, adabbii tokkotu isin eeggata. Isin waan haalli geeddaramu seetanii dubbii dogoggorsaa fi hamaa natti himuu mariʼattaniirtu. Kanaafuu abjuu sana natti himaa; anis akka isin hiikkaa isaa natti himuu dandeessan kanaan nan beekaa.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዮ እስን አብጁ ሰነ ነት ህሙ ባተን፣ አደቢ ቶኮቱ እስን ኤገተ። እስን ዋን ሃል ጌደረሙ ሴተኒ ዱቢ ዶጎጎርሳፊ ሀማ ነት ህሙ መርአተኒርቱ። ከናፉ አብጁ ሰነ ነት ህማ፤ አንስ አከ እስን ሂካሳ ነት ህሙ ደንዴሰን ከናን ነንቤካ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements