Daaniʼel 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Isaan immoo lammaffaa deebisanii,<<Mootichi abjuu isaa garboota isaatti haa himu, nuyi immoo hiikaa isaa isatti in beeksifnaa!>> jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Isaan amma illee deebisanii, “Mootichi abjuu isaa tajaajiltoota isaatti haa himu; nu ni hiiknaaf” jedhan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እሳን አመሌ ዴብሰኒ፣ “ሞትች አብጁሳ ተጃጅልቶተሳት ሃህሙ፤ ኑ ንሂክናፍ” ጄዸን። See the chapter |