Daaniʼel 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Abjichaa fi hiikaa isaa yoo anatti beeksiftan garuu, kennaa, gonfaa, ulfinas na biraa in argattu; kanaaf abjichaa fi hiikaa isaa anatti beeksisaa!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Garuu yoo abjuu sanaa fi hiikkaa isaa natti himtan isin kennaa, badhaasaa fi ulfina guddaa narraa argattu. Kanaafuu abjuu sanaa fi hiikkaa isaa natti himaa.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ገሩ ዮ አብጁ ሰናፊ ሂካሳ ነት ህምተን እስን ኬና፣ በዻሳፊ ኡልፍነ ጉዳ ነራ አርገቱ። ከናፉ አብጁ ሰናፊ ሂካሳ ነት ህማ።” See the chapter |