Daaniʼel 2:49 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo49 Daani'el immoo mooticha gaafatee, Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo hojii kutaa biyyaa isa Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabachiise; ofii isaatii garuu hojii biyya bulchuu adeemsisuudhaaf mana mootichaa keessatti hafe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa49 Daaniʼel mooticha kadhannaan mootichi Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo bulchitoota biyya Baabilon godhee muude. Daaniʼel garuu mana mootichaa keessatti hafe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ49 ዳንኤል ሞትቸ ከዸናን ሞትች ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ቡልችቶተ ብየ ባብሎን ጎዼ ሙዴ። ዳንኤል ገሩ መነ ሞትቻ ኬሰት ሀፌ። See the chapter |