Daaniʼel 2:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 mootichis Daani'eliin,<<Erga ati dhoksaa kana mul'isuu dandeesse,<<Waaqayyo keessan dhuguma waaqayyolii irratti Waaqayyoo dha, mootota irrattis gooftaa dha, wanta dhokataa hundumaas isa mul'isuu dha?>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Mootichis Daaniʼeliin, “Ati dhoksaa kana mulʼisuu dandeesseertaatii dhugumaan Waaqni kee Waaqa waaqotaatii fi Gooftaa moototaa kan dhoksaa mulʼisuu dha” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “አት ዾክሳ ከነ ሙልእሱ ደንዴሴርታቲ ዹጉማን ዋቅንኬ ዋቀ ዋቆታቲፊ ጎፍታ ሞቶታ ከን ዾክሳ ሙልእሱዸ” ጄዼ። See the chapter |