Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:45 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

45 Kun akkuma isa ati dhagaan utuu harki namaa itti hin bu'in tulluu irraa fottoqee dhufe, sibiilicha, sibiilicha diimaa, suphee, meetii, warqichas caccabsee hurreessuu isaa abjuudhaan argitee ti; Waaqayyo inni guddaan waan kana booddee ta'uuf jiru si mootichatti beeksiseera; abjichi dhugaa dha, hiikaan isaas amanamaa dha>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

45 Hiikkaan mulʼata dhagaa utuu harka namaatiin hin taʼin ofuma isaatiin tulluu irraa fottoqee sibiila, naasii, suphee, meetii fi warqee caccabse sanaa kanaa dha. “Waaqni guddaan waan gara fuula duraatti taʼu mootichatti argisiiseera. Abjuun sun dhugaa dha; hiikkaan isaas amanamaa dha.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

45 ሂካን ሙልአተ ዸጋ ኡቱ ሀርከ ነማቲን ህንተእን ኦፉመሳቲን ቱሉራ ፎቶቄ ስቢለ፣ ናሲ፣ ሱጴ፣ ሜቲፊ ወርቄ ጨጨብሴ ሰና ከናዸ። “ዋቅን ጉዳን ዋን ገረ ፉለ ዱራት ተኡ ሞትቸት አርግሲሴረ። አብጁን ሱን ዹጋዸ፤ ሂካንሳስ አመነማዸ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:45

Follow us:

Advertisements


Advertisements