Daaniʼel 2:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 <<Bara mootota sanaatti Waaqayyo inni waaqa irraa mootummaa deebi'ee matumaa hin badne, isa mo'ichi isaas saba biraatti hin darbine dhaabuuf jira; inni mootummoota sana hundumaa caccabsee in hurreessa, badduus isaan in baasa; ofii isaatii immoo bara baraan jabaatee in dhaabata*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 “Bara mootota sanaa keessa, Waaqni samii mootummaa gonkumaa hin diigamne yookaan saba biraatiif hin kennamne hundeessa. Innis mootummoota duraa sana ni barbadeessa; hamma dhumaattis isaan balleessa; inni mataan isaa garuu bara baraan jabaatee ni dhaabata. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 “በረ ሞቶተ ሰና ኬሰ፣ ዋቅን ሰሚ ሞቱማ ጎንኩማ ህንዲገምኔ ዮካን ሰበ ብራቲፍ ህንኬነምኔ ሁንዴሰ። እንስ ሞቱሞተ ዱራ ሰነ ንበርበዴሰ፤ ሀመ ዹማትስ እሳን በሌሰ፤ እን መታንሳ ገሩ በረ በራን ጀባቴ ንዻበተ። See the chapter |