Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:43 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

43 Sibiila dhoqqee supheetiin makame akkuma argites, akkasuma isaanis fuudhaa fi heerumaan walitti in makamu; garuu akkuma sibiilli suphee wajjin walitti makame wal hin fudhanne, isaanis walii wajjin hin hafan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

43 Akkuma ati sibiila supheedhaan wal make argite sana uummanni kunis walmakaa taʼa; innis siʼachi sibiilaa fi supheen walitti makame sana caalaa tokko taʼee hin jiraatu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

43 አኩመ አት ስቢለ ሱጴዻን ወል መኬ አርግቴ ሰነ ኡመትን ኩንስ ወልመካ ተአ፤ እንስ ስአች ስቢላፊ ሱጴን ወልት መከሜ ሰነ ጫላ ቶኮ ተኤ ህንጅራቱ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:43

Follow us:

Advertisements


Advertisements