Daaniʼel 2:42 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo42 Akkuma qubbeetiin miillan isaa gar-tokko sibiila, gar-tokko immoo suphee ta'e, mootummichis gar-tokkoon isaa jabaa, gar-tokkoon isaas suphaa in ta'a. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa42 Akkuma qubni miillaa sun gartokko sibiila, gartokko immoo suphee taʼe sana mootummaan kunis gartokko jabaa, gartokko immoo dadhabaa taʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ42 አኩመ ቁብን ሚላ ሱን ገርቶኮ ስቢለ፣ ገርቶኮሞ ሱጴ ተኤ ሰነ ሞቱማን ኩንስ ገርቶኮ ጀባ፣ ገርቶኮሞ ደዸባ ተአ። See the chapter |