Daaniʼel 2:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 Mootummaan afuraffaan tokkos inni akka sibiilaa jabaatu as in ba'a; akkuma sibiilli waan hundumaa caccabsee hurreessu, egaa akkuma sibiilli waan halle hunkuteessu, innis isaan kana hundumaa caccabsee in hunkuteessa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 Dhuma irrattis mootummaan afuraffaan akkuma sibiilaa jabaa taʼe tokko ni kaʼa; sibiilli waan hunda caccabsee bulleessaatii; mootummaan kunis akkuma sibiilli waan hunda caccabsee balleessu sana mootummoota isa duraan turan hunda caccabsee ni bulleessa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 ዹመረትስ ሞቱማን አፉረፋን አኩመ ስቢላ ጀባ ተኤ ቶኮ ንከአ፤ ስቢል ዋን ሁንደ ጨጨብሴ ቡሌሳቲ፤ ሞቱማን ኩንስ አኩመ ስቢል ዋን ሁንደ ጨጨብሴ በሌሱ ሰነ ሞቱሞተ እሰ ዱራን ቱረን ሁንደ ጨጨብሴ ንቡሌሰ። See the chapter |