Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Yommus Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman afaan Aaramiitiin, mootichaan,<<Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Abjuu kee nu garboota keetti himi, nuyi immoo hiikaa isaa sitti in beeksifnaa!>> jedhan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Kana irratti warri urjii ilaalan sun afaan Araamaayikiitiin mootichaan, “Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Abjuu kee tajaajiltoota keetti himi; nu siif hiiknaa” jedhanii mootichaaf deebisan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ከነረት ወር ኡርጂ እላለን ሱን አፋን አራማይኪቲን ሞትቻን፣ “ያ ሞቲ፣ በረ በራን ጅራዹ! አብጁኬ ተጃጅልቶተኬት ህም፤ ኑ ሲፍ ሂክና” ጄዸኒ ሞትቻፍ ዴብሰን።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements