Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

38 inni ilmaan namootaa, horii qe'ee, bineensota caakkaa, simbirroota qilleensa keessa balali'anis lafuma jiranitti harka kee keessa galchee, ati hunduma isaanii akka seerrattu godheera; egaa mataan fakkeenyichaa inni warqeen sun si*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

38 inni sanyii namaa, bineensota bosonaatii fi simbirroota samii dabarsee harka keetti siif kenneera. Lafa isaan jiraatani kamitti iyyuu hunda isaanii irratti bulchaa si godheera. Ati mataa warqee ti.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

38 እን ሰኚ ነማ፣ ብኔንሶተ ቦሶናቲፊ ስምብሮተ ሰሚ ደበርሴ ሀርከኬት ሲፍ ኬኔረ። ለፈ እሳን ጅራተን ከምትዩ ሁንደሳኒረት ቡልቻ ስ ጎዼረ። አት መታ ወርቄት።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:38

Follow us:

Advertisements


Advertisements