Daaniʼel 2:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 yaa mootii, ati mootota warra kaan irratti mootii dha, Waaqayyo inni waaqa irraa mootummaa, humna, jabina, ulfinas siif in kenne*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Yaa mootii, ati mootii moototaa ti. Waaqni samii mootummaa fi humna, jabinaa fi ulfina siif kenneera; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 ያ ሞቲ፣ አት ሞቲ ሞቶታት። ዋቅን ሰሚ ሞቱማፊ ሁምነ፣ ጀብናፊ ኡልፍነ ሲፍ ኬኔረ፤ See the chapter |