Daaniʼel 2:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 <<Yaa mootii, ati abjuudhaan fakkeenya bifa nama guddaa tokkoo argite; fakkeenyi bifichaa ol dheeraa, baay'ee calaqqisaa, ilaaluun isaas sodaachisaa ture; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 “Yaa mootii, ati ni ilaalte; fuula kee duras fakkii guddaa jechuunis fakkii akka malee guddaa, bifa calaqqisaa fi sodaachisaa tokkotu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 “ያ ሞቲ፣ አት ንእላልቴ፤ ፉለኬ ዱረስ ፈኪ ጉዳ ጄቹንስ ፈኪ አከ መሌ ጉዳ፣ ብፈ ጨለቅሳፊ ሶዳችሳ ቶኮቱ ቱሬ። See the chapter |