Daaniʼel 2:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Anatti immoo sababii ani nama jiru hundumaa caalaatti ogummaa qabaadheef miti, garuu hiikaan abjichaa si mootichatti akka beeksifamuuf, yaada isa ati garaa keetti itti rakkatte sana akka hubattuuf dhoksaan kun anatti mul'ifame*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Yaa mootii, akka kootti sababiin icciitiin kun natti mulʼateef ani namoota jiraatoo kaan caalaa ogummaa qabaadheef utuu hin taʼin, akka ati hiikkaa isaa beektee waan yaada kee keessa jiru hubattuuf. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ያ ሞቲ፣ አከኮት ሰበቢን እጪቲን ኩን ነት ሙልአቴፍ አን ነሞተ ጅራቶ ካን ጫላ ኦጉማ ቀባዼፍ ኡቱ ህንተእን፣ አከ አት ሂካሳ ቤክቴ ዋን ያደኬ ኬሰ ጅሩ ሁበቱፍ። See the chapter |