Daaniʼel 2:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 <<Yaa mootii, ati siree kee irra utuu ciiftuu waa'ee wanta kana booddee ta'uuf jiru yaadni sitti in dhufe, ati immoo itti in yaadde; inni wanta dhokatanii jiran mul'isus, wanta ta'uuf jiru sitti in beeksise. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 “Yaa mooticha utuu ati ciiftee jirtuu wanni gara fuula duraatti taʼuuf jiru yaada keetti dhufe; inni icciitii mulʼisus waan fuula duratti taʼu sitti argisiise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 “ያ ሞትቸ ኡቱ አት ጪፍቴ ጅርቱ ወን ገረ ፉለ ዱራት ተኡፍ ጅሩ ያደኬት ዹፌ፤ እን እጪቲ ሙልእሱስ ዋን ፉለ ዱረት ተኡ ስት አርግሲሴ። See the chapter |