Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 garuu inni wanta dhokatanii jiran mul'isu tokko bantii waaqaa keessa jira, inni immoo Waaqayyoo dha; inni wanta bara booddeetti ta'uuf jiru Nebukadnezaar mootichatti beeksiseera; abjuun kee, mul'anni ati siree kee irra ciiftee mataa kee keessa naanna'aa tures isaan kam akka ta'an sitti nan hima*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 garuu Waaqni icciitii mulʼisuu tokko samii irra jira. Innis wantoota baroota dhufan keessa taʼan Nebukadnezar mootichatti argisiiseera. Abjuun keetii fi mulʼanni utuu ati siree kee irra ciiftuu yaada keetti dhufe kanaa dha:

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ገሩ ዋቅን እጪቲ ሙልእሱ ቶኮ ሰሚረ ጅረ። እንስ ወንቶተ በሮተ ዹፈን ኬሰ ተአን ኔቡከድኔዘር ሞትቸት አርግሲሴረ። አብጁንኬቲፊ ሙልአትን ኡቱ አት ስሬኬረ ጪፍቱ ያደኬት ዹፌ ከናዸ፦

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:28

Follow us:

Advertisements


Advertisements