Daaniʼel 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Daani'el immoo deebisee,<<Dhoksaa mootichi gaafate kana, ogeessonni,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri ayyaana hedan, warri urjii ilaalanii namaaf himanis danda'anii mootiitti hin beeksisan; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Daaniʼelis deebisee akkana jedhe; “Namni ogeessi kam iyyuu, mortuun, tolchituun yookaan ilaaltuun icciitii waan mootichi gaafate sanaa ibsuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ዳንኤልስ ዴብሴ አከነ ጄዼ፤ “ነምን ኦጌስ ከምዩ፣ ሞርቱን፣ ቶልችቱን ዮካን እላልቱን እጪቲ ዋን ሞትች ጋፈቴ ሰና እብሱ ደንደኡ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ See the chapter |