Daaniʼel 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Kana irratti mootichi, Daani'el isa maqaan isaa <<Belxishaazaar>> ta'e sanaan,<<Ati abjuu ani arge hiikaa isaas anatti beeksisuu in dandeessaa?>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Mootichis Daaniʼel isa Beelxishaazaar jedhame sanaan, “Ati abjuu ani argee fi hiikkaa isaa natti himuu dandeessaa?” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ሞትችስ ዳንኤል እሰ ቤልጥሻዛር ጄዸሜ ሰናን፣ “አት አብጁ አን አርጌፊ ሂካሳ ነት ህሙ ደንዴሳ?” ጄዼ። See the chapter |