Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Yommus Ariiyok dafee Daani'elin mooticha biratti ol galchee,<<Ani warra biyya Yihudaatii booji'aman keessaa, nama mootichatti hiikaa abjuu isaa beeksisu tokko argadheera>> jedheen.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Ariyookis Daaniʼelin mooticha bira geessee, “Ani boojiʼamtoota Yihuudaa keessaa nama hiikkaa abjuu mootichaa himuu dandaʼu tokko argeera” jedheen.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 አርዮክስ ዳንኤልን ሞትቸ ብረ ጌሴ፣ “አን ቦጅአምቶተ ይሁዳ ኬሳ ነመ ሂካ አብጁ ሞትቻ ህሙ ደንደኡ ቶኮ አርጌረ” ጄዼን።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements