Daaniʼel 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Ergasii Daani'el Ariiyok isa mootichi beektota Baabilon akka balleessuuf ajaje biratti ol galee, itti dhi'aatees,<<Beektota Baabilon hin balleessin, gara mootichaatti ol na galchi, ani immoo hiikaa abjuu isaa mootichatti nan hima!>> jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Daaniʼelis Ariyook isa mootichi akka inni ogeeyyii Baabilon ajjeesuuf ajaje sana bira deemee, “Ati ogeeyyii Baabilon hin ajjeesin. Mooticha biratti na geessi; ani abjuu isaa nan hiikaaf” jedheen. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ዳንኤልስ አርዮክ እሰ ሞትች አከ እን ኦጌዪ ባብሎን አጄሱፍ አጀጄ ሰነ ብረ ዴሜ፣ “አት ኦጌዪ ባብሎን ህንአጄስን። ሞትቸ ብረት ነ ጌስ፤ አን አብጁሳ ነንሂካፍ” ጄዼን። See the chapter |