Daaniʼel 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Yaa Waaqayyo isa kan abboota kootii, ogummaa fi jabina waan anaaf laatteef, wanta nuyi si kadhannes waan nutti beeksifteef, ati waan mootichi beekuuf rakkate anatti waan beeksifteef, ani sin galateeffadha, sin jajadhas!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Yaa Waaqa abbootii ko, ani sin galateeffadha; sin jajadhas: Ati ogummaa fi humna naa kenniteerta; waan nu si kadhanne na beeksifteerta; ati abjuu mootichaa nu beeksifteerta.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ያ ዋቀ አቦቲኮ፣ አን ስን ገለቴፈዸ፤ ስን ጀጀዸስ፦ አት ኦጉማፊ ሁምነ ና ኬንቴርተ፤ ዋን ኑ ስ ከዸትኔ ነ ቤክስፍቴርተ፤ አት አብጁ ሞትቻ ኑ ቤክስፍቴርተ።” See the chapter |