Daaniʼel 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Dubbii gad fagoodhaa fi dhokataa in mul'isa, wanta dukkana keessa jiru in beeka, ifnis isa bira in jiraata. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulʼisa; waan dukkana keessa jiru ni beeka; ifnis isa wajjin jiraata. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 እን ዋን ገድ ፈጎፊ ዋን ዾክፈሜ ንሙልእሰ፤ ዋን ዱከነ ኬሰ ጅሩ ንቤከ፤ እፍንስ እሰ ወጅን ጅራተ። See the chapter |