Daaniʼel 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Inni yeroo, kutaa baraas in geddara, mootota mootummaa irraa in buusa, isaan in moosisas; warra ogeessotaaf iyyuu ogummaa, warra beektotaafis hubatanii beekuu isatu kenne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Inni barootaa fi waqtiilee ni geeddara; mootota teessoo irra ni teessisa; irraa buusas. Inni ogeeyyiif ogummaa, beektotaafis hubannaa ni kenna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እን በሮታፊ ወቅቲሌ ንጌደረ፤ ሞቶተ ቴሶረ ንቴስሰ፤ እራ ቡሰስ። እን ኦጌዪፍ ኦጉማ፣ ቤክቶታፍስ ሁበትና ንኬነ። See the chapter |