Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Mootichi kana booddee warri ayyaana hedan,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri qoricha namatti godhan akkasumas Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman waamamanii abjuu isaa akka itti himan in abboome; warri waamaman ol galanii mooticha dura yommuu ijaajjan,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Kanaafuu mootichi akka isaan abjuu inni abjoote sana itti himaniif tolchitoota, mortoota, falfaltootaa fi warra urjii ilaalan waamsise; isaanis ol galanii fuula isaa dura dhadhaabatan;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ከናፉ ሞትች አከ እሳን አብጁ እን አብጆቴ ሰነ እት ህመኒፍ ቶልችቶተ፣ ሞርቶተ፣ ፈልፈልቶታፊ ወረ ኡርጂ እላለን ዋምስሴ፤ እሳንስ ኦል ገለኒ ፉለሳ ዱረ ዸዻበተን፤

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements