Daaniʼel 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yommus inni waa'ee dhoksaa dubbii kanaaf, Daani'elii fi hiriyoonni isaa beektota Baabilon warra kaanii wajjin akka hin balleeffamnetti araara Waaqayyo isa waaqa irraa akka kadhataniif itti hime. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Kanaafuu akka innii fi michoonni isaa ogeeyyiin Baabilon kaan hin ajjeefamneef akka isaan waaʼee icciitii kanaa Waaqa samii araara kadhatan isaan akeekkachiise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ከናፉ አከ እኒፊ ምቾትንሳ ኦጌዪን ባብሎን ካን ህንአጄፈምኔፍ አከ እሳን ዋኤ እጪቲ ከና ዋቀ ሰሚ አራረ ከዸተን እሳን አኬከቺሴ። See the chapter |