Daaniʼel 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Kana irratti Daani'el gara mootichaatti ol galee, deebi'ee hiikaa abjuu isaa mootichatti akka himuuf yeroo akka inni isaaf kennuuf in kadhate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kana irratti Daaniʼel ol seenee akka abjuu sana isaaf hiikuuf akka mootichi yeroo isaa kennu gaafate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከነረት ዳንኤል ኦል ሴኔ አከ አብጁ ሰነ እሳፍ ሂኩፍ አከ ሞትች ዬሮሳ ኬኑ ጋፈቴ። See the chapter |