Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Yeroo Ariiyok angafni eegdota mootichaa, beektota biyya Baabilon ajjeesuuf ba'etti, Daani'el dubbii isaa akeekkatee gargar baasuudhaan itti dhi'aatee,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Yommuu Ariyook itti gaafatamaan eegumsa mootichaa namoota Baabilon ogeeyyii ajjeesuuf baʼetti, Daaniʼel ogummaa fi malaan isa haasofsiise.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዮሙ አርዮክ እት ጋፈተማን ኤጉምሰ ሞትቻ ነሞተ ባብሎን ኦጌዪ አጄሱፍ በኤት፣ ዳንኤል ኦጉማፊ መላን እሰ ሃሶፍሲሴ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements