Daaniʼel 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yommus warri beektonni akka ajjeefamaniif abboommiin baanaan, Daani'elii fi hiriyoota isaas ajjeesuudhaaf in barbaadan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu akka namoonni ogeeyyiin hundi ajjeefaman labsiin baʼe; namoonnis akka Daaniʼelii fi michoota isaa barbaadanii ajjeesaniif ergaman. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ አከ ነሞትን ኦጌዪን ሁንድ አጄፈመን ለብሲን በኤ፤ ነሞትንስ አከ ዳንኤሊፊ ምቾተሳ በርባደኒ አጄሰኒፍ ኤርገመን። See the chapter |