Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kana irratti mootichi baay'ee aaree boba'ee, beektonni biyya Baabilon hundinuu akka balleeffaman ajaje.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Wanni kunis mooticha akka malee aarse; isa dallansiisees akka inni ogeeyyii Baabilon hundatti murtii duʼaa muru godhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ወን ኩንስ ሞትቸ አከ መሌ ኣርሴ፤ እሰ ደለንሲሴስ አከ እን ኦጌዪ ባብሎን ሁንደት ሙርቲ ዱኣ ሙሩ ጎዼ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements