Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Dubbiin mootichi gaafate rakkisaa dha, waaqayyolii warra iddoon jireenya isaanii warra foon uffate keessa hin ta'in malee, namni tokko illee kana mootichatti beeksisuu hin danda'u>> jedhan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Wanni mootichi gaafate akka malee rakkisaa dha. Waaqota malee namni tokko iyyuu waan kana mootichaaf ibsuu hin dandaʼu; isaan immoo namoota gidduu hin jiraatan.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ወን ሞትች ጋፈቴ አከ መሌ ረክሳዸ። ዋቆተ መሌ ነምን ቶኮዩ ዋን ከነ ሞትቻፍ እብሱ ህንደንደኡ፤ እሳንሞ ነሞተ ግዱ ህንጅራተን።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements