Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Yommus Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman mootichaaf deebisanii,<<Biyya lafaa kana keessaa namni wanta mootichi barbaade beeksisuu danda'u tokko illee hin jiru; kanaan duras mootiin guddaan, namni biyya seerrates dubbii akkasii warra ayyaana hedan,<<Beekaa>> warra jedhaman, Kaldoota keessaa warra dubbii dhokataa hiikuutti beekamanis kan gaafate hin turre.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Warri urjii ilaalan sunis akkana jedhanii mootichaaf deebise; “Namni waan mootichi gaafate kana hojjechuu dandaʼu tokko iyyuu lafa irratti hin argamu! Mootiin kam iyyuu hammuma fedhee guddaa fi jabaa taʼu illee tolchituu, moortuu yookaan warra urjii ilaalu kam iyyuu gaaffii akkanaa gaafatee hin beeku.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ወር ኡርጂ እላለን ሱንስ አከነ ጄዸኒ ሞትቻፍ ዴብሴ፤ “ነምን ዋን ሞትች ጋፈቴ ከነ ሆጄቹ ደንደኡ ቶኮዩ ለፈረት ህንአርገሙ! ሞቲን ከምዩ ሀሙመ ፌዼ ጉዳፊ ጀባ ተኡሌ ቶልችቱ፣ ሞርቱ ዮካን ወረ ኡርጂ እላሉ ከምዩ ጋፊ አከና ጋፈቴ ህንቤኩ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements