Daaniʼel 12:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani kana nan dhaga'e, garuu hin hubanne; kanaaf,<<Yaa gooftaa ko, dhumni wanta kanaa maali?>> nan jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Anis nan dhagaʼe; garuu hin hubanne. Kanaafuu ani, “Yaa gooftaa ko, dhumni waan kana hundaa maal taʼa?” jedheen gaafadhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አንስ ነንዸገኤ፤ ገሩ ህንሁበትኔ። ከናፉ አን፣ “ያ ጎፍታኮ፣ ዹምን ዋን ከነ ሁንዳ ማል ተአ?” ጄዼን ጋፈዼ። See the chapter |