Daaniʼel 12:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Namichi wayyaa quncee talbaa uffatee, bishaan lagichaa gara irraa ture sun, harka isaa mirgaa, harka isaa bitaas gara bantii waaqaatti ol kaasee, kun bara tokkoof, bara lamaaf, bara walakkaadhaafis turuuf akka jiru, inni humna saba qulqullaa'aa cabsu sun yeroo badduu ba'u, dubbiin kun hundinuu raawwatamuuf akka jiru, isa bara baraan jiraatu sanaan kakatee hime*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Namichi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee bishaanota lagaatiin ol ture sun harka isaa mirgaatii fi bitaa ol qabe; anis isaa, “Wanni kun baraan, barootaaf walakkaa baraatiif taʼa. Yeroo humni namoota qulqulluu dhuma irratti cabutti wanni kun hundi fiixaan baʼa” jedhee isa bara baraan jiraatu sanaan kakatu nan dhagaʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ነምች ኡፈተ ቁንጬ ተልባራ ሆጄተሜ ኡፈቴ ብሻኖተ ለጋቲን ኦል ቱሬ ሱን ሀርከሳ ምርጋቲፊ ብታ ኦል ቀቤ፤ አንስ እሳ፣ “ወን ኩን በራን፣ በሮታፍ ወለካ በራቲፍ ተአ። ዬሮ ሁምን ነሞተ ቁልቁሉ ዹመረት ጨቡት ወን ኩን ሁንድ ፊጣን በአ” ጄዼ እሰ በረ በራን ጅራቱ ሰናን ከከቱ ነንዸገኤ። See the chapter |