Daaniʼel 12:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yommus inni anatti dubbachaa ture,<<Yeroo sanatti Mikaa'el ergamaa inni guddichi ijoollee saba keef dhaabatu in ka'a; yeroon rakkinaas in ta'a; sanyiin rakkinichaas erga sabni jiraachuutti ka'ee jalqabee, hamma bara sanaatti argamee kan hin beekne in ta'a; sabni kee warri maqaan isaanii macaaficha keessatti caafame garuu adduma addaan isa jalaa in ba'u*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 “Yeroo sanatti Miikaaʼel hangafni ergamootaa inni saba kee eegu ni kaʼa. Yeroon rakkinaa kan erga saboonni uumamanii jalqabee hamma gaafasiitti takkumaa taʼee hin beekne tokko ni dhufa. Yeroo sanatti garuu namoonni kee kanneen maqaan isaanii kitaabicha keessatti galmeeffamee jiru hundi ni baraaramu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 “ዬሮ ሰነት ሚካኤል ሀንገፍን ኤርገሞታ እን ሰበኬ ኤጉ ንከአ። ዬሮን ረክና ከን ኤርገ ሰቦትን ኡመመኒ ጀልቀቤ ሀመ ጋፈሲት ተኩማ ተኤ ህንቤክኔ ቶኮ ንዹፈ። ዬሮ ሰነት ገሩ ነሞትንኬ ከኔን መቃንሳኒ ክታብቸ ኬሰት ገልሜፈሜ ጅሩ ሁንድ ንበራረሙ። See the chapter |