Daaniʼel 11:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waggaa muraasa booddee mootiin biyya gara mirgaa, mootii biyya gara bitaa wajjin walitti in hidhatu; walii-galtee isaanii jabeessuudhaaf intalli mootii biyya gara mirgaa, gara mootii biyya gara bitaa in dhaqxi; garuu waa gochuuf humni ishee hin jabaatu, mootichis jabaatee waa gochuu hin danda'u; isheen, warri ishee geessanis, mucaan ishee, inni jabeessee ishee gargaarus yeroo sanatti dabarfamanii in kennamu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waggoota muraasaan booddee isaan tokko taʼu; walii galtee godhachuufis intalli mooticha Kibbaa gara mootii Kaabaa ni dhaqxi; garuu humna ishee qabattee turuu hin dandeessu; innii fi humni isaa jabaatee hin jiraatu. Bara sana keessa isheen, qondaaltota ishee, abbaa isheetii fi nama ishee gargaare wajjin dabarfamtee ni kennamti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ወጎተ ሙራሳን ቦዴ እሳን ቶኮ ተኡ፤ ወሊ ገልቴ ጎዸቹፍስ እንተል ሞትቸ ክባ ገረ ሞቲ ካባ ንዸቅጥ፤ ገሩ ሁምነሼ ቀበቴ ቱሩ ህንደንዴሱ፤ እኒፊ ሁምንሳ ጀባቴ ህንጅራቱ። በረ ሰነ ኬሰ እሼን፣ ቆንዳልቶተሼ፣ አባሼቲፊ ነመ እሼ ገርጋሬ ወጅን ደበርፈምቴ ንኬነምት። See the chapter |