Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 11:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

44 Oduun inni ba'a-biiftuutii fi gara bitaatii dhaga'u isa in naasisa; inni namoota baay'ee fixuudhaaf, lafa irraas balleessuudhaaf aarii guddaadhaan in ba'a.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

44 Garuu oduun baʼaa fi kaabaa dhufu isa sodaachisa; inni namoota baayʼee balleessuu fi fixuuf aarii guddaadhaan ni baʼa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

44 ገሩ ኦዱን በኣፊ ካባ ዹፉ እሰ ሶዳችሰ፤ እን ነሞተ ባይኤ በሌሱፊ ፍጡፍ ኣሪ ጉዳዻን ንበአ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 11:44

Follow us:

Advertisements


Advertisements