Daaniʼel 11:43 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo43 Badhaadhummaa warqee fi meetii isa dhokataa, wanta gati-jabeessa biyya Gibxii hundumaas harka isaa jala in galfata; warri Liibiiyaa, warri Kuushis faana isaa duukaa in bu'u. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa43 Qabeenya warqeetii fi meetii, akkasumas badhaadhummaa Gibxi hunda toʼannaa ofii isaa jala galfata; namoonni Liibiyaatii fi Itoophiyaas isa jalatti bulu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ43 ቀቤኘ ወርቄቲፊ ሜቲ፣ አከሱመስ በዻዹማ ግብጥ ሁንደ ቶአትና ኦፊሳ ጀለ ገልፈተ፤ ነሞትን ሊብያቲፊ እቶጵያስ እሰ ጀለት ቡሉ። See the chapter |