Daaniʼel 11:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 <<Bara gara dhumaatti mootiin biyya gara mirgaa isa biyya gara bitaatti in bu'a; mootiin biyya gara bitaa immoo konkolaattota, abboota fardeenii, markaboota baay'ees didichiisee akka qilleensaa isa irra in ba'a; inni biyya garaa garaatti lixee, keessas darbee loltuu isaa akkuma bishaanii isaan irra in dhangalaasa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 “Bara dhumaa keessa mootiin Kibbaa waraana itti bana; mootiin Kaabaas fardeen, gaariiwwanii fi dooniiwwan hedduudhaan akkuma dambalii isa irra garagala. Biyyoota baayʼee weeraree akkuma lolaa isaan keessa baʼee darba. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 “በረ ዹማ ኬሰ ሞቲን ክባ ወራነ እት በነ፤ ሞቲን ካባስ ፈርዴን፣ ጋሪወኒፊ ዶኒወን ሄዱዻን አኩመ ደምበሊ እሰረ ገረገለ። ብዮተ ባይኤ ዌረሬ አኩመ ሎላ እሳን ኬሰ በኤ ደርበ። See the chapter |